Article

Leenjifamtonnii Leenjii Hojiin Duraa Marsaa 10ffaa Instiitiyuutichaa,Dhaabbata Automotive injineringi Magaalaa Bishooftuutti Argamu Daawwatan.

Turtii leenjii ji’oottan kudhan keessatti leenjii gahumsa fi dandeetti hojii cimsuu mata dureewwan adda addaa irratti fudhachaa jiraachuu ni beekkama.mata dureewwan keennaman keessaas,imaammata fi tarsimowwan biyyii keenya qabatee fi hojii irra olmaa imaammatichaa jadhuu isa tokko.Guyyaa kanattis,leenjii daree keessatti fudhachaa turan qabatamaatti ilaaluuf  warshaalee adda addaa biyyatiin qabduu keessa Bishoftu Automotive Injineringi daawwachuun danda’ameera. Kaayyoon daawwannaa kanas,Teeknolojiiwwan biyya alaa qofa tajaajila keennaa turan biyya keessatti galchuun fayyadamuun  danda’ameera.sababa kanaanis sharafa biyya alaa hanbisuun  dinagdee biyya keenya sadarkaa hanga tokkoo olgudisuun danda’era.kuniis maddi isa, imaammatni  fi tarsimowwan biyya keenyaa qabatee hojii irra olchaa jirtuu imaammata fi tarsimoo sirrii ta’u mirkaneessera. qabatamaattis hojii keessa jiraachuu mul’iaseera. Bu’aa argamee kanas hubachuun carraa argameetti hawaasa hubachiisuuf kaayyeeffatee qophaa’ee ta’u daawwannaa irratti ibsameera.

Corporate Site - This is a contributing Drupal Theme
Design by WeebPal.