Article

Instiitiyuutii Leenjii Ogeessota Qaamoolee Haqaa fi Qo’annoo seeraa Oromiyaa keessatti,leenjiii hojjirraa yeroo gabaabaa qaamoolee haqaa iddoo gara gararraa dhuufaniif keennamaa jira.

Leenjiin kuunis,1ffaa:.Gocha daldala seeraan alaa to’achuu “seeraa fi hojimaataa’’jadhuu yommuu ta’u Daldala seeraan alaa xiqqeessuuf toftaalee jiran hojjirra olchuu,Akkasumas daldallii seeraan alaa dinagdee, hawaasuummaa fi siyaasa irrattii midhaa dhaqabsiisuu guddaa ta’u hawaasa hubachiisuun to’achuu fi sirna galii gibira cimsuu fi hojjirra olmaa isaanii mirkaneessuuf xiyyeeffatee leenjii keennamaa jiruu dha.

2ffaa:.Addaan citiinsa Falmii Yakkaa fi Darbiinsa yeroo dhimmoota yakkaa “seeraa fi hojimaataa’’ Maalummaa addaan citiinsa falmii yakkaa adeemsa fi sababoonnii gurguddaa addaan citiinsa falmii yakkaa qaqqabsisan adda baasuun tooftaalee jiran fayyadamuun furmaata keennisiisuuf Akkasumas, maalummaa darbiinsa yeroo yakkaa ifa taasiisudhaan kallatti ittifamuu danda’uu akeekuun haqa barbaadamuu mul’isuu fi sirnii haqaa cimaaniis naannoo keenyatti diriiree fayyadamummaa hawaasa mirkaneessuf kan kaayyeeffatee dha..

Leenjii kanarrattis, Abbootti alangaa fi qorattoota poolisii Naannoo,Godina,Aanaa fi Bulchiinsa Magaalootarra dhuufan hirmaachaa jiru. 

Corporate Site - This is a contributing Drupal Theme
Design by WeebPal.