Article

Gamaaggamni raawwii hojii kurmaana 2ffaa bara 2014

Inistiitiyuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa raawwii hojii kurmaana 2ffaa bara 2014 magaalaa Bishooftuutti qorachaa jira.Gamaaggama kanaan ILQSO'n gama hundaan fuulduraatti bahee giddugala leenjii fi qorannoo seeraa bu'a qabeessaa ta'uun itti gaafatamummaa akka naannoo fi biyyaatti qabu gahumsaan bahachuuf hojiiwwaan hedduu kan isa hafu ta'uun hubatamee jira Inistiitiyuutichi ji'oottaan 6'n darban keessattis hojiiwwaan hedduu hojjachaa kan ture ta'us hanqinaalee heddus akka qabuilaalamee jira. Kurmaana itti aanu keessatti hanqinalee kanneen furuun rawwii caalmaa qabu galmeessisuuf hojjatamuu qaba jedhameera.

Corporate Site - This is a contributing Drupal Theme
Design by WeebPal.